Publications Home || Browse by topic || Browse by program || Ecology website

Publication Summary

Our Ecology website has changed, which can cause broken links.
To report these, please contact us with the publication and broken link.

Title

Kan Xiyyeeffatu: Haqa Naannoo Washington keessaa

 
Publication number Date Published
24-01-003OMApril 2024
VIEW NOW Kan Xiyyeeffatu: Haqa Naannoo Washington keessaa (Number of pages: 2) (Publication Size: 562KB)




Trouble viewing? Try these free options.
Author(s) Chelsea Batavia
Description Waraqaan xiyyeeffannoo kun waayee haqa naannoo kan Washington keessa jiruuti. Haqni naannoo waayee dhiibbaawwan sirrii hin taane kanneen naannoo irratti mudatan furuudhaaf tarkaanfii fudhachuu, fayyaa fi nageenya hawaasaaf dursa kennuu, akkasumas hawaasa hundaafuu naannoo dagaagaa jiru deeggaruuti. Waraqaan xiyyeeffannoo kun agarsiisa irra keessaa waayee haqa naannoo gabaabaa ta'e akkasumas seera haqa naannoo Washington, Seera Healthy Enviroment for All(Naannoo Fayyaalessa Namoota Hundaaf, HEAL) ni dhiyeessa. Akkasumas waraqaan xiyyeeffannoo kun namoonni dhuunfaa waayee haqa naannoo irratti fedhii qabanii fi quuqama qaban tarkaanfiiwwan garaagaraa fudhachuu danda'an ni tarreessa. Dhumarrattis, waraqaan xiyyeeffannoo liinkiiwwan meeshaalee oonlaayinii muraasa bakka namootni dhuunfaa odeeffannoo waayee haqa naannoo fi rakkoowwan fayyaa hawaasa naannoo isaanii itti irraa argatan ni dhiyeessa.
REQUEST A COPY
The mission of the Department of Ecology is to protect, preserve, and enhance Washington’s environment. To help us meet that goal, please consider the environment before you print or request a copy.

ADA Accessibility
The Department of Ecology is committed to providing people with disabilities access to information and services by meeting or exceeding the requirements of the Americans with Disabilities Act (ADA), Section 504 and 508 of the Rehabilitation Act, and Washington State Policy #188.
Visit Ecology’s website for more information.
Contact Chelsea Batavia at 360-972-6366 or Chelsea.batavia@ecy.wa.gov
Keywords balaawwan naannoo, fayyaa naannoo, Haqa naannoo, hawaasawwan, faayidaalee naannoo
WEB PAGE Environmental Justice at Ecology